GAAFFILEE YEROO HEDDUU GAAFATAMAN (FAQ) AFAAN OROMOOTIIN

By | June 24, 2015

translated-oromo-v2


Yaad-Rimee: Gaaffilee yeroo hedduu gaafataman.

Barreeffama kana akkaataa garaa garaatiin fayyadamuu dandeessu:

  • Iskiriiptota Koppii gochuufi Maxxansuuf
  • Siintaaksii ajaja tokkoo hatattamaan ilaaluuf
  • Beekumsa teeknikaa keessan guddifachuuf
  • Ajajoota haarawaa baruuf
  • Gaaffif deebii qaxara hojii qopheessuuf

Kan fooyyeffame Eebla
2015/28/06
Barreessaan powershell-guru.com
Madda afaan-oromoo.powershell-guru.com
Kaataagoorii
75
Gaaffilee
610


ACL
Active Directory
Alias
Arrays
Browsers
Certificates
Characters
CIM
Comments
COM Objects
Compare
Computer
Credentials
CSV
Culture
Date
Drives
Environment
Errors
Event Viewer
Files
Folders
Format Operator (-f)
Functions
GPO
GUI
Hardware
Hashtables
Help
History
Jobs
Keyboard
Loops
Math
Memory
Messages
Modules
Microsoft Excel
Microsoft Exchange
Microsoft Outlook
Microsoft SharePoint
Networking
Openfiles
Operators
Parameters
Password
Powershell ISE
Printers
Processes
PSObject
Quest
Random
RDP
Regedit
Regex
Remote
Restore
Scheduled Tasks
Search
SCCM
Services
SMTP
Snapins
Sounds
Static .NET Methods
Strings
System
Try/Catch
Variables
Symantec Vault
Windows10
Windows 2012
Windows Azure
Windows Forms
WMI
XML

System

Akkamittan Varzhinii Paaworsheelii koo baruu danda’a?

Akkamitti Paaworsheelii varzhinii kan biroon wal simachiisuuf dugda duubaan banuun danda’ama?
powershell.exe -Version 2.0

Akkamitti varzhinii paaworsheelii isa xiqqaa (3.0 fi isaa ol) yeroo iskiriiptii paaworsheeliin barreessan akka gaafatu danda’ama?
#Requires -Version 3.0

Akkamitti aangoo abbummaa iskiriiptiidhaaf Paaworsheelii irratti akka gaafatu gochuun danda’ama?

Akkamitti paaraameetirii iskiriiptichaa Paaworsheeliidhaan ilaaluun danda’ama?
help -Name .\Get-ExchangeEnvironmentReport.ps1 -Full

Akkamitti odeeffannoo waa’ee yuusarii yeroo ammaa itti fayyadamaa jiruu paaworsheeliidhaan baruun danda’ama?
[Security.Principal.WindowsIdentity]::GetCurrent()

Akkamittii Paaworsheeliidhaan proofaayilii banuun, sirreessuun akkasumas deebisanii fe’uun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan iskiriiptii gidduutti daqiiqaa/seekondii 5niif dhaabuun danda’ama?
Start-Sleep -Seconds 5
Start-Sleep -Seconds 300 # 5 minutes

Akkamitti Paaworsheeliidhaan yeroo dhuma buutii godhe baruun danda’ama?
(Get-CimInstance -ClassName win32_operatingsystem).LastBootUpTime

Akkamitti Paaworsheeliidhaan barreeffama waan ariifachiisu argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan piroogiraamota jalqabarra dhufan tarreessuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan applikeeshinii balleessuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan fakkii guutuu waanta deeskitooppii irratti mul’ataa jiruu fudhachuun danda’ama?
Take-ScreenShot -Screen -File 'C:\scripts\screenshot.png' -Imagetype JPEG
Repository : Take-ScreenShot

Akkamitti Paaworsheeliidhaan tartiiba MSMQ keessatti baay’ina ergoolii beekuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan poolisii haquu baasuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan shoortikatiin hojjetama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan proograamii dagalee deeskitooppii irratti maaxxansuun yookiis keessaa baasuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Wiindoowis Ekispilorarii banuun danda’ama?
[Diagnostics.Process]::Start('explorer.exe')
Invoke-Item -Path C:\Windows\explorer.exe

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Diraayvaroota meeshaalee tarreessuun danda’ama?
Get-WmiObject -Class Win32_PnPSignedDriver
Get-WindowsDriver -Online -All
driverquery.exe

Akkamitti Paaworsheeliidhaan GUID banuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan iddoo argama yeroo yuusarii amma jiruu argachuun danda’ama?
[System.IO.Path]::GetTempPath()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan paaziifi chaayild paazii gara paazii tokkootti walitti fiduun danda’ama?
Join-Path -Path C:\ -ChildPath \windows

Akkamitti Paaworsheeliidhaan cmdlets “Get-*” hunda tarreessuun danda’ama?
Get-Command -Verb Get

Akkamitti Paaworsheeliidhaan foolderoota siistamaa addaa tarreessuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayiloota ISO/VHD fe’uun danda’ama?
Mount-DiskImage 'D:\ISO\file.iso' # ISO
Mount-DiskImage 'D:\VHD\file.vhd' # VHD

Akkamitti Paaworsheeliidhaan varzhinii .Neet Fireemworkii ilaaluun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan .Neet Fireemworkiin varzhiniin 4.5 fe’amuu isaa ilaaluun danda’ama?
(Get-ItemProperty -Path 'HKLM:\Software\Microsoft\NET Framework Setup\NDP\v4\Full' -EA 0).Version -like '4.5*'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan tiraaniskiriiptii banuufi cufuun (waraabbii paaworsheelii yerichaa jalqabsiisuuf) danda’ama?
Start-Transcript -Path 'C:\scripts\transcript.txt
Stop-Transcript

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayrektarii amma irra jiru gara bakka biraatti jijjiiruun danda’ama?
Set-Location -Path 'C:\scripts'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan wanta iskiriinicharra jiru haquun danda’ama?
Clear-Host
cls # Alias

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Risooluushinii fakkii jijjiiruun danda’ama?
Set-DisplayResolution -Width 1280 -Height 1024 -Force # Windows 2012

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guutummaa iskiriinii irratti akka argamu gochuun danda’ama?
mode.com 300

Akkamitti Paaworsheeliidhaan bal’ina (dalgeefi gadee) fakkii argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan furtuu piroodaaktii Wiindoowsii argachuun danda’ama?

Perfmon

Akkamitti Paaworsheeliidhaan % ariifannaa pirooseesarii (avreejii) kan seekondii dhumaa shananii (si’a kudhan) argachuun danda’ama?
(Get-Counter '\Processor(_total)\% Processor Time' -SampleInterval 5 -MaxSamples 10).CounterSamples.CookedValue

Assemblies

Akkamitti Paaworsheeliidhaan assembilii adda addaa fe’uun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan asseembiloota .Neetiin fe’amanii ilaaluun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Giloobaal assembilii kaachii barbaaduun danda’ama?

Clipboard

Akkamitti Paaworsheeliidhaan firii argaman gara kiliipboordiitti koppii gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan waantoota kiliipboordiirra jiran argachuun danda’ama?
Add-Type -AssemblyName PresentationCore
[Windows.Clipboard]::GetText()

Hotfixes

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hootfiiksii fe’uun danda’ama?
Get-HotFix -ComputerName $computer

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hotfiiksii guyyaa murtaa’e tokko dura/booda jiru fe’uun danda’ama?
Get-HotFix | Where-Object -FilterScript { $_.InstalledOn -lt ([DateTime]'01/01/2015') } # Before 01/01/2015
Get-HotFix | Where-Object -FilterScript {$_.InstalledOn -gt ([DateTime]'01/01/2015')} # After 01/01/2015

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hootfiiksiin fe’amuunsaa ilaaluun danda’ama?
Get-HotFix -Id KB2965142

Akkamitti Paaworsheeliidhaan riimoot kompiitarii irratti hootfiiksii akka fe’amu gochuun danda’ama?
Get-HotFix -ComputerName $computer

Pagefile

Akkamitti Paaworsheeliidhaan odeeffannoo Peejfaayilii argachuun danda’ama?
Get-WmiObject -Class Win32_PageFileusage | Select-Object -Property Name, CurrentUsage, AllocatedBaseSize, PeakUsage, InstallDate

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga (MB) Peejfaayilii barbaachisaa ta’e argachuun danda’ama?
[Math]::Truncate(((Get-WmiObject -Class Win32_ComputerSystem).TotalPhysicalMemory) / 1MB) * 1.5

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Peejfaayilii (4096 MB) diraayivii (D:) irratti Uumuun danda’ama

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Peejfaayilii diraayivii (C:) keessa jiru haquun danda’ama?

Maintenance

Akkamitti Paaworsheeliidhaan rokkoo diraayivii ilaaluun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan bakka diiskiin qabu baruun danda’ama?

Up


Files

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila banuun danda’ama?
Invoke-Item -Path 'C:\scripts\file.txt'
.'C:\scripts\file.txt'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila dubbisuun danda’ama?
Get-Content -Path 'C:\scripts\file.txt'
gc "C:\scripts\file.txt" # Alias

Akkamitti Paaworsheeliidhaan firii dhufu faayila akka ta’uuf barreessuun danda’ama?
'Line1', 'Line2', 'Line3' | Out-File -FilePath 'C:\scripts\file.txt'
'Line1', 'Line2', 'Line3' | Add-Content -Path file.txt

Akkamitti Paaworsheeliidhaan maqaa guutuu faayila iskiriiptii amma irra jiruu argachuun danda’ama?
$MyInvocation.MyCommand.Path

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila hacuucuu/ziip gochuun danda’ama?
Add-Type -AssemblyName 'System.IO.Compression.Filesystem'
[System.IO.Compression.ZipFile]::CreateFromDirectory($folder,$fileZIP)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila akka-dhiifamu/unzip gochuun danda’ama?
Add-Type -AssemblyName 'System.IO.Compression.Filesystem'
[System.IO.Compression.ZipFile]::ExtractToDirectory($fileZIP, $folder)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayiloota kuusaa ZIP keessatti ilaaluun danda’ama?
Add-Type -AssemblyName 'System.IO.Compression.Filesystem'
[System.IO.Compression.ZipFile]::OpenRead($fileZIP)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guddina faayila tokkoo KB dhaan arguun danda’ama?
(Get-ChildItem -Path .\winsrv.dll).Length /1KB
(Get-ChildItem -Path .\winsrv.dll).Length /1MB
(Get-ChildItem -Path .\winsrv.dll).Length /1GB

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayiloota GB 1 ol yookis gadi ta’an barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila tokko ekisteenshinii isaa malee akka mul’atu gochuun danda’ama?
[System.IO.Path]::GetFileNameWithoutExtension('C:\Windows\system32\calc.exe') # Return calc

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ekisteenshiniin faayila tokkoo akka mul’atu gochuun danda’ama?
[System.IO.Path]::GetExtension('C:\scripts\file.txt') # Return .txt

Akkamitti Paaworsheeliidhaan verzhinii faayila tokkoo argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan haashii faayila tokkoo argachuun danda’ama?
(Get-FileHash $file).Hash

Akkamitti Paaworsheeliidhaan MD5/SHA1 cheeksamii faayila tokkoo argachuun danda’ama?
Get-FileHash $file -Algorithm MD5
Get-FileHash $file -Algorithm SHA1

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayiloota badan mul’isuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayilli tokko ekisteenshinii qabaachuu isaa beekuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila tokko “Read Only” gochuun danda’ama?
Set-ItemProperty -Path .\file.txt -Name IsReadOnly -Value $true

Akkamitti Paaworsheeliidhaan yeroo dhumaa faayilli barreeffame “LastWriteTime” gara torbee darbeetti jijjiiruun danda’ama?
Set-ItemProperty -Path .\file.txt -Name LastWriteTime -Value ((Get-Date).AddDays(-7))
If not working, use Nirsoft tool: BulkFileChanger.

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila haaraa uumuun danda’ama?
New-Item -ItemType File -Path 'C:\scripts\file.txt' -Value 'FirstLine'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan maqaa faayila tokkoo jijjiiruun danda’ama?
Rename-Item -Path 'C:\scripts\file.txt' -NewName 'C:\scripts\powershellguru2.txt'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan maqaa faayiloota heedduu walitti hidhamsaan jijiiruun danda’ama?
Get-ChildItem -Path C:\scripts\txt | Rename-Item -NewName { $_.Name -replace ' ', '_' }

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila haquun danda’ama?
Remove-Item -Path 'C:\scripts\file.txt'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararoota faayilaa 10 darban agarsiisuun danda’ama?
Get-Content -Path 'C:\scripts\log.txt' -Tail 10

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayiloota miliqsuun (Unblock) danda’ama?
Get-ChildItem -Path 'C:\scripts\Modules' | Unblock-File

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararoota faayiilaa kan duwwaa ta’am baasuun danda’ama?
(Get-Content -Path file.txt) | Where-Object -FilterScript {$_.Trim() -ne '' } | Set-Content -Path file.txt

Akkamitti Paaworsheeliidhaan akka faayilli tokko argamu beekuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan qabee faayilaa tokko keessatti faayila dura/booda baname argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararoota irra deddeebi’aman faayila tokko irraa haquun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayilootni ji’a 1 ol yookis gadi ta’anii akka uumaman gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayilootni waggaa 1 ol yookis gadi ta’anii akka uumaman gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan qabiyyee vaariyaabilootaa gara faayiliitti erguun danda’ama?
Set-Content -Path file.txt -Value $variable

Akkamitti Paaworsheeliidhaan baay’ina faayiloota (*.txt) qabiyyee tokko keessa jiru lakkaa’uun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara jechootaa faayiloota adda addaa keessa jiran barbaaduun danda’ama?
Select-String -Path 'C:\*.txt' -Pattern 'Test'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara faayilaa jalqabaa/dhumaa agarsiisuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa sarara faayilaa murtaa’e tokko agarsiisuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan baay’ina sararoota faayila tokkoo laakkaa’uun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jechootaafi qubeelee faayila tokkoo lakkaa’uun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila tokko harcaasuun (download) danda’ama?
Invoke-WebRequest -Uri 'http://www.nirsoft.net/utils/searchmyfiles.zip' -OutFile 'C:\tools\searchmyfiles.zip'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daandii faayilaa guutuu agarsiisuun danda’ama?
Resolve-Path -Path .\script.ps1 # Return C:\Scripts\script.ps1

Copy

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila tokko gara qabduu faayilaatti koppii gochuun danda’ama?
Copy-Item -Path 'C:\source\file.txt' -Destination 'C:\destination'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila tokko gara qabduu faayilaa adda addaatti koppii gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayiloota baay’ee qabduu faayilaa tokkotti koppii gochuun danda’ama?
Get-ChildItem -Path 'C:\source' -Filter *.txt | Copy-Item -Destination 'C:\destination'

Up


Active Directory

Domain & Forest

Computers

Groups

Organizational Unit (OU)

Users

Domain & Forest

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jirru keessatti “Giloobaal Kataaloog Servers” barbaaduun danda’ama?
[System.DirectoryServices.ActiveDirectory.Forest]::GetCurrentForest().GlobalCatalogs

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru irratti saayitoota barbaachuun danda’ama?
[System.DirectoryServices.ActiveDirectory.Forest]::GetCurrentForest().Sites

Akkamitti Paaworsheeliidhaan domeen kontroolarii amma irra jiru barbaaduun danda’ama?
(Get-ADDomainController).HostName

Akkamitti Paaworsheeliidhaan doomeen kontiroolaroota hunda doomeenii tokko keessatti barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan rakkoo AD ripplikeeshinii barbaaduun danda’ama?
Get-ADReplicationFailure dc02.domain.com # Windows 8 and 2012

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Foorestii Daayreektarii amma irra jiruuf toombistoon laayiftaayimii barbaachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarrii amma irra jiru keessati odeeffannoo bal’inaa kan foorestii/doomeenii argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii amma irra jiru keessatti daandii waantonni haqaman itti argaman argachuun danda’ama?
(Get-ADDomain).DeletedObjectsContainer

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii amma irra jiru keessatti amala riisaaykil biinii ‘AD’ gargaaramuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Akkaawuntii ‘AD’ riisaaykil biinii keessaa deebisuun danda’ama?
Get-ADObject -Filter 'samaccountname -eq "powershellguru"' -IncludeDeletedObjects | Restore-ADObject

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hojilee ‘FSMO’ barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan too’annoo doomeenii tokkoo quunnamuun danda’ama?
Get-ADUser -Identity $user -Server 'serverDC01'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarvarii yeroo kana ittiin seenamaa jiru argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan “gpupdate” kompiitara tokko irratti raaww’achuun danda’ama?
Invoke-GPUpdate -Computer $computer -Force -RandomDelayInMinutes 0 # Windows 2012

Groups

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii jiru keessatti garee haaraa uumuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii jiru keessatti balleessuun danda’ama?
Remove-ADGroup -Identity 'PowershellGuru'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan itti fayyadamaa kan biroo garee keessa akka seenu gochuun danda’ama?
Add-ADGroupMember "Powershell Guru" -Members powershellguru

Akkamitti Paaworsheeliidhaan itti fayyadamaa tokko garee keessaa baasuun danda’ama?
Remove-ADGroupMember 'Powershell Guru' -Members powershellguru

Akkamitti Paaworsheeliidhaan gareelee miseensota hin qabne barbaaduun danda’ama?
Get-ADGroup -Filter * -Properties Members | Where-Object -FilterScript {-not $_.Members}

Akkamitti Paaworsheeliidhaan gareelee miseensota hin qabne lakkaa’uun danda’ama?
(Get-ADGroup -Filter * -Properties Members | Where-Object -FilterScript {-not $_.Members}).Count

Akkamitti Paaworsheeliidhaan miseensota garee tokkoo argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan gareelee miseensota irra deddeebi’aa qaban argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa miseensotaa irra deddeebii isaanii wajjin/malee argachuun danda’ama?

Users

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii amma keessa jiru keessatti waayildkaardii fiiltarii “Get-ADUser” fayyadamuun danda’ma?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan itti fayyadamaa tokko gara ‘OU’ kan birootti dabarsuun danda’ama?
Move-ADObject -Identity $dn -TargetPath 'OU=myOU,DC=domain,DC=com'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan miseensota itti fayyadamaa tokko jalatti kuufaman hunda argachuun danda’ama?
Get-ADGroup -LDAPFilter "(member:1.2.840.113556.1.4.1941:=$($dn))"

Akkamitti Paaworsheeliidhaan maqaa gabaabaa miseensotaa itti fayyadamaa tokkoof argachuun danda’ama?
(Get-ADUser $user -Properties MemberOf).MemberOf | ForEach-Object -Process {($_ -split ',')[0].Substring(3)} | Sort-Object

Akkamitti Paaworsheeliidhaan maqaa guutuu, maqaa mul’atu, maqaa jalqabaa fi maqaa abbaa itti fayyadamaa tokkoo jijjiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ibsa, waajjira, fi lakkoofsa bilbilaa fayyadamaa tokkoo daayriiktarii jiru irratti jijjiiruun danda’ama?
Set-ADUser $samAccountName -Description 'IT Consultant' -Office 'Building B' -OfficePhone '12345'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa itti fayyadama dhumaa itti fayyadamaa tokkoo “31/12/2015” tti yookiin “Never”tti jijjiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan cufaa itti fayyadamaa tokkoo daayrektarii jiru irratti banuun danda’ama?
Unlock-ADAccount $samAccountName

Akkamitti Paaworsheeliidhaan itti fayyadamaa tokko daayrektarii jiru irratti itti fayyadamsiisuu yookiin dhowwuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii jiru irratti itti fayyadamaa tokko balleessuun danda’ama?
Remove-ADUser $samAccountName

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii jiru irratti jecha-darbuu itti fayyadamaa tokkoof geeddaruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii jiru keessatti jecha-darbuu itti fayyadamtoota baay’eedhaaf geeddaruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti abbaa faayila tokkoo barbaachuun akkamitti danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘OU’ (Organizational Unit) itti fayyadamaa tokkoof barbaachuun danda’ama?
[regex]::match("$((Get-ADUser $user -Properties DistinguishedName).DistinguishedName)",'(?=OU=)(.*\n?)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti itti fayyadamtoota dhorkaman barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti itti fayyadamtoota yeroon isaanii darbe argachuun danda’ama?
Search-ADAccount -AccountExpired

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti itti fayyadamtoota cufaman argachuun danda’ama?
Search-ADAccount -LockedOut

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘SID’ itti fayyadamaa tokkoo barbaachuun danda’ama?
(Get-ADUser $user -Properties SID).SID.Value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti maqaa itti fayyadamaa gara ‘SID’tti jijjiiruun danda’ma?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘SID’ gara maqaa itti fayyadamaatti jijjiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti maqoolee itti fayyadamtoota adda ba’anii gargar baasuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti guyyaa itti itti fayyadamaan tokko itti uumame yookiis itti fooyyeffame barbaaduun danda’ama?
Get-ADUser -Identity $user -Properties whenChanged, whenCreated | Format-List -Property whenChanged, whenCreated

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti amaloota dirqamaan mul’achuu qabaniifi dirqama hintaane adda baasanii mul’isuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti daandii ‘LDAP’ itti fayyadamaa tokkoo argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘CN’ (Canonical Name) itti fayyadamaa tokkoo jijjiiruun danda’ama?
Rename-ADObject $((Get-ADUser $user -Properties DistinguishedName).DistinguishedName) -NewName 'Test Powershell'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘Organizational Unit (OU)’ paarentii itti fayyadamaa argachuun danda’ma?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti abbaa itti fayadamaa (eenyu akka akkawunticha saaqe) baruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti amala PwdLastSet itti fayyadamaadhaaf jijjiiruun danda’ama?

Computers

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara eegamaa doomeeniifi kompiitara lookaalii gidduu jiru yaaluun danda’ama?
Test-ComputerSecureChannel

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara eegamaa doomeenii fi kompiitara lookaalii gidduu jiru suphuun danda’ama?
Test-ComputerSecureChannel -Repair

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti akkaawuntii kompiitara tokkoo dhowwuun danda’ama?
Disable-ADAccount $computer

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti kompiitaroota oppereetiing siistamii tokko qaban baraaduun danda’ama?

Organizational Unit (OU)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘Organizational Unit (OU)’ uumuun danda’ama?
New-ADOrganizationalUnit -Name 'TEST' -Path 'DC=domain,DC=com'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ibsa ‘Organizational Unit (OU)’ argachuun danda’ama?
Get-ADOrganizationalUnit 'OU=TEST,DC=domain,DC=com' -Properties *

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ibsa ‘Organizational Unit (OU)’ geeddaruun danda’ama?
Set-ADOrganizationalUnit 'OU=TEST,DC=domain,DC=com' -Description 'My description'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti ‘Organizational Unit (OU)’ akka tasaa akka hin haqamne gochuu/dhowwuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti Organaayzeeshinaal Yuunitoonni hundi akka tasaa akka hin badne gochuun danda’ma?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti Orgaanaayzeeshinaal Yuuniitii akka tasaa akka hin haqamne godhame tokko balleessuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan daayreektarii irra jiru keessatti maqaa beekama Orgaanaayzeeshinaal Yuuniitii tokko gara ‘Canonical Name’tti jijjiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Orgaanaayzeeshinall Yuunitoota duwwaa ta’an tarreessuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hoogganaa garee tokkoo argachuun danda’ama?
(Get-ADGroup $dn -Properties Managedby).Managedby

Up


Regex (Regular Expression)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama IP V4 (80.80.228.8) Reegeeksii dhaan baasuun danda’ama?
$example = 'The IP address is 80.80.228.8'
$ip = [regex]::match($example,'\b\d{1,3}\.\d{1,3}\.\d{1,3}\.\d{1,3}\b').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama MAC (C0-D9-62-39-61-2D) adda baastuu “-” Reegeeksiidhaan baasuun danda’ama?
$example = 'The MAC address is C0-D9-62-39-61-2D'
$mac = [regex]::match($example,'([0-9A-F]{2}[-]){5}([0-9A-F]{2})').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama MAC (C0-D9-62-39-61-2D) adda baastuu “:” Reegeeksiidhaan baasuun danda’ama?
$example = 'The MAC address is C0:D9:62:39:61:2D'
$mac = [regex]::match($example,'((\d|([a-f]|[A-F])){2}:){5}(\d|([a-f]|[A-F])){2}').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa (10/02/2015) Reegeeksiidhaan baasuun danda’ama?
$example = 'The date is 10/02/2015'
$date = [regex]::match($example,'(\d{2}\/\d{2}\/\d{4})').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan URL (www.powershell-guru.com) Reegeeksiidhaan baasuun danda’ama?
$example = 'The URL is www.powershell-guru.com'
$url = [regex]::match($example,'[a-z]+[:.].*?(?=\s)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Imeelii (user@domain.com) Reegeeksiidhaan baasuun danda’ama?
$example = 'The email is user@domain.com'
$email = [regex]::match($example,'(?i)\b[A-Z0-9._%+-]+@[A-Z0-9.-]+\.[A-Z]{2,4}\b').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan jecha “guru” fekkeenyicharra jiru baasuun danda’ama?
$example = 'www.powershell-guru.com'
[regex]::match($example,'(?<=-)(.*\n?)(?=.com)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan jecha “guru.com” fekkeenyicharra jiru baasuun danda’ama?
$example = 'www.powershell-guru.com'
[regex]::match($example,'(?<=-)(.*\n?)(?<=.)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan jecha “powershell-guru.com” fekkeenyicharra jiru baasuun danda’ama?
$example = 'www.powershell-guru.com'
[regex]::match($example,'(?<=www.)(.*\n?)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan jecha “123” fekkeenyicharra jiru baasuun danda’ama?
$example = 'Powershell123'
[regex]::match($example,'(\d+)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan jecha “$” (mallattoo doolaarii) fekkeenyicharra jiru baasuun danda’ama?
$example = 'Powershell`$123'
[regex]::match($example,'(\$)').value

Akkamitti paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan istriingii tokko keessatti qubeelee akka (*.com) qubeelee biroo akka (*.fr)tti geeddaruun danda’ama?
$example = 'www.powershell-guru.com'
[regex]::Replace($example, '.com','.fr')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan Reegeeksiidhaan istiriingii keessaa baasuun danda’ama?
[regex]::Escape('\\server\share')

Up


Memory

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sassaabbii miimoorii kuusaa gaarbeejii akka sassaabu akkamitti dhiibbaa uumuun danda’ama?
[System.GC]::Collect()
[System.GC]::WaitForPendingFinalizers()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga ‘RAM’ argachuun danda’ama?

Up


Date

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa har’aa argachuun danda’ama?
Get-Date
[Datetime]::Now

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa haala adda addaatiin akka mul’atu gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan (Datetime) gara (String)tti geeddaruun danda’ama?
$datetimeToString = '{0:dd/MM/yy}' -f (Get-Date 30/01/2015)
$datetimeToString = (Get-Date 31/01/2015).ToShortDateString()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa (String) gara (Datetime)tti geeddaruun danda’ama?
$stringToDatetime = [Datetime]::ParseExact('30/01/2015', 'dd/MM/yyyy', $null)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan garaagarumma (baay’ina guyyootaa, Sa’aa, Daqiiqaa ykn Seekondii) guyyoota lama gidduu jiru baruun danda’ama?
(New-TimeSpan -Start $dateStart -End $dateEnd).Days
(New-TimeSpan -Start $dateStart -End $dateEnd).Hours
(New-TimeSpan -Start $dateStart -End $dateEnd).Minutes
(New-TimeSpan -Start $dateStart -End $dateEnd).Seconds

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyoota lama wal-bukkee qabanii ilaaluun danda’ama?
(Get-Date 2015-01-01) -lt (Get-Date 2015-01-30) # True
(Get-Date 2015-01-01) -gt (Get-Date 2015-01-30) # False

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyoota “Datetime” dhaan tarreessuun danda’ama?
$arrayDate | Sort-Object -Property {$_ -as [Datetime]}

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sa’aa fiigichaa jalqabsiisuuniifi dhaabsisuun danda’ama?
$chrono = [Diagnostics.Stopwatch]::StartNew()
$chrono.Stop()
$chrono

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyootii torbanii keessaa guyyaa har’aa argachuun danda’ama?
(Get-Date).DayOfWeek #Sunday

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa kaleessaa argachuun danda’ama?
(Get-Date).AddDays(-1)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa guyyoota baatii tokko (Fkn Guraandhala 2015) argachuun danda’ama?
[DateTime]::DaysInMonth(2015, 2)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘Leap year” yookiin waggoota afuritti guyyaa dabalataa jiru baruun danda’ama?
[DateTime]::IsLeapYear(2015)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan zoonota yeroo tarreessuun danda’ama?
[System.TimeZoneInfo]::GetSystemTimeZones()

Up


Networking

Akkamitti Paaworsheeliidhaan gara (ASCII foormaatiitti) Iinkoodii fi diikoodii gochuun danda’ama?

ajajoota neetworkii neetiivii waliin ajajoonni wal qixxsstan isaak kami?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama IP argachuun danda’ama?
Get-NetIPAddress # Windows 8.1 & Windows 2012
Get-NetIPConfiguration # Windows 8.1 & Windows 2012

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama IP v6 dhorkuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama IP v4 mirkaneessuun danda’ama?
if([ipaddress]'10.0.0.1'){'validated'}

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama IP kan alaa barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘Hostname’ argama IP keessaa barbaaduun danda’ama?
([System.Net.Dns]::GetHostEntry($IP)).Hostname

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘Hostname’ keessaa argama IP barbaaduun danda’ama?
([System.Net.Dns]::GetHostAddresses($computer)).IPAddressToString

Akkamitti Paaworsheeliidhaan FQDN ‘Hostname’ keessaa barbaaduun danda’ama?
[System.Net.Dns]::GetHostByName($computer).HostName

Akkamitti Paaworsheeliidhaan konfigreeshinii neetworkii (Ip, Sabneetii, Geetweeyii, fi DNS) barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama MAC barbaaduun danda’ama?
Get-CimInstance win32_networkadapterconfiguration | Select-Object -Property Description, Macaddress
Get-WmiObject -Class win32_networkadapterconfiguration | Select-Object -Property Description, Macaddress

Akkamitti Paaworsheeliidhaan kompiiwutara piingii gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan kompiitarri tokko interneetii waliin wal arguu isaa baruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan “whois” kan jedhuun weebsaayitoota irratti barbaaduun danda’ama?
$whois = New-WebServiceProxy 'http://www.webservicex.net/whois.asmx?WSDL'
$whois.GetWhoIs('powershell-guru.com')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ibsa IP uummataa (Geolocation) argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan poortiin tokko banaa/cufaa ta’uu isaa baruun danda’ama?
New-Object -TypeName Net.Sockets.TcpClient -ArgumentList $computer, 135

Akkamitti Paaworsheeliidhaan “tracert” raaw’achuun danda’ama?
Test-NetConnection www.google.com -TraceRoute

Akkamitti Paaworsheeliidhaan qunnamtii neetwoorkii manaa suphuun danda’ama?
Get-NetAdapter | Format-Table -Property Name, InterfaceDescription, ifIndex -AutoSize # Windows 8.1
Set-NetConnectionProfile -InterfaceIndex 6 -NetworkCategory Private

Akkamitti Paaworsheeliidhaan qunnamtii poortii TCP agarsiisuun danda’ama?
netstat.exe -ano
Get-NetTCPConnection #Windows 8 and 2012

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘URL’ dheeraa gara ‘URL’ gabaabaatti jijjiiruun danda’ama?
$url = 'www.powershell-guru.com'
$tiny = Invoke-RestMethod -Uri "http://tinyurl.com/api-create.php?url=$url"

Akkamitti Paaworsheeliidhaan seetiingii pirooksii argachuun danda’ama?
Get-ItemProperty -Path HKCU:"Software\Microsoft\Windows\CurrentVersion\Internet Settings"

DNS

Akkamitti Paaworsheeliidhaan kompiitara lookaalii irratti ‘DNS cache’ yaaluun danda’ama?
ipconfig.exe /displaydns
Get-DnsClientCache #Windows 8 and 2012

Akkamitti Paaworsheeliidhaan kompiitara lookaalii irratti ‘DNS cache’ haquun danda’ama?
ipconfig.exe /flushdns
Start-Process -FilePath ipconfig -ArgumentList /flushdns -WindowStyle Hidden
Clear-DnsClientCache #Windows 8 and 2012

Akkamitti Paaworsheeliidhaan kompiitara riimootii irratti ‘DNS cache’ yaaluun danda’ama?
Invoke-Command -ScriptBlock {Clear-DnsClientCache} -ComputerName computer01, computer02

Akkamitti Paaworsheeliidhaan faayila hoostii dubbisuun danda’ama?
Get-Content -Path 'C:\Windows\system32\drivers\etc\hosts'

Up


Password

Akkamitti Paaworsheeliidhaan paaswordii tasaa uumuun danda’ama?
[Reflection.Assembly]::LoadWithPartialName('System.Web')
[System.Web.Security.Membership]::GeneratePassword(30,2)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lookaal paaswoordii bulchaa sarvarii riimootii jijjiiruun danda’ama?
$admin = [ADSI]('WinNT://server01/administrator,user')
$admin.SetPassword($password)
$admin.SetInfo()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guyyaa dhuma paaswordiin itti gubatu daayreektarii irra jiru keessatti barbaaduun danda’ama?

Up


Printers

Akkamitti Paaworsheeliidhaan priintaroota sarvarii tokko keessa jiran tarreessuun danda’ama?
Get-WmiObject -Query 'Select * From Win32_Printer' -ComputerName $computer

Akkamitti Paaworsheeliidhaan poortota sarvarii tokko keessa jiran hunda tarreessuun danda’ama?
Get-WmiObject -Class Win32_TCPIPPrinterPort -Namespace 'root\CIMV2' -ComputerName $computer

Akkamitti Paaworsheeliidhaan yaada/argama piriintara tokkoo jijjiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan priintariin tokko wanta hojjechaa jiru hunda al-takka akka dhaabu gochuun danda’ama?
$printer = Get-WmiObject -Class win32_printer -Filter "Name='HP Deskjet 2540 series'"
$printer.CancelAllJobs()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan fuula yaalii piriintariidhaan baasuun danda’ama?
$printer = Get-WmiObject -Class win32_printer -Filter "Name='HP Deskjet 2540 series'"
$printer.PrintTestPage()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan duraa duuba piriintiin itti tarreeffamee jiru argachuun danda’ama?

Up


Regedit

Read

Akkamitti Paaworsheeliidhaan reejistrii haayivoota tarreessuun danda’ama?
Get-ChildItem -Path Registry::

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hangoota reejistirii akkasumas akaakuu isaanii argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan furtuu reejistrii sabkiiy tarreessuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan furtuu reejistrii sabkiiy irra deddeebi’aman tarreessuun danda’ama?
Get-ChildItem -Path 'HKLM:\SYSTEM' -Recurse -ErrorAction SilentlyContinue

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sabkiiyii maqaa murtaa’e tokko argachuun danda’ama?
Get-ChildItem -Path 'HKLM:\SOFTWARE' -Include *Plugin* -Recurse -ErrorAction SilentlyContinue

Akkamitti Paaworsheeliidhaan maqaa reejistirii sabkiiyii qofa deebisuun danda’ama?
(Get-ChildItem -Path 'HKLM:\SYSTEM').Name # Return HKEY_LOCAL_MACHINE\SYSTEM\ControlSet
Get-ChildItem -Path 'HKLM:\SYSTEM' -Name # Return ControlSet

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hangoota reejistirii tarreessuun danda’ama?
Get-ItemProperty -Path 'HKLM:\SOFTWARE\Microsoft\Windows NT\CurrentVersion'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga reejistirii tokkoo dubbisuun danda’ama?
(Get-ItemProperty -Path 'HKLM:\SOFTWARE\Microsoft\Windows NT\CurrentVersion').ProductName

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga reejistirii kompiitara riimootii tokkoo dubbisuun danda’ama?

Write

Akkamitti Paaworsheeliidhaan furtuu reejistirii haaraa uumuun danda’ama?
New-Item -Path 'HKCU:\Software\MyApplication'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga reejistirii uumuun danda’ama?
New-ItemProperty -Path 'HKCU:\Software\MyApplication' -Name 'Version' -Value '1.0'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga reejistirii jiru fooyyessuun danda’ama?
Set-ItemProperty -Path 'HKCU:\Software\MyApplication' -Name 'Version' -Value '2.0'

Delete

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga reejistirii balleessuun danda’ama?
Remove-ItemProperty -Path 'HKCU:\Software\MyApplication' -Name 'Version'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan furtuu reejistirii tokko balleessuun danda’ama?
Remove-Item -Path 'HKCU:\Software\MyApplication' -Force

Test

Akkamitti Paaworsheeliidhaan furuun reejistirii tokko jiraachuusaa adda baasuun danda’ama?
Test-Path -Path 'HKCU:\Software\MyApplication'

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hangi reejistirii tokko jiraachuusaa adda baasuun danda’ama?
(Get-Item -Path 'HKCU:\Software\MyApplication').GetValueNames() -contains 'Version'

Up


Strings

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jalqaba sararaa irraa bakka-duwwaa (bakka-adii) balleessuun danda’ama?
$string = ' PowershellGuru'
$string = $string.TrimStart()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan dhuma sararaa irraa bakka duwwaa balleessuun danda’ama?
$string = 'PowershellGuru '
$string = $string.TrimEnd()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jalqabaa fi dhuma sararaa irraa bakka-duwwaa balleessuun danda’ama?
$string = ' PowershellGuru '
$string = $string.Trim()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara tokko qubee guddaadhaan akka ta’u danda’ama?
$string = 'powershellguru'
$string = $string.ToUpper()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara tokko qubee diqqaadhaan akka ta’u gochuun danda’ama?
$string = 'POWERSHELLGURU'
$string = $string.ToLower()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jecha “PowerShellGuru” jedhu keessaa “PowerShell” isa jedhu keessaa baasuun filachuun danda’ama?
$string.Substring(0,10)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jecha “PowerShellGuru” jedhu keessaa “Guru” isa jedhu keessaa baasuun filachuun danda’ama?
$string.Substring(10)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jecha “PowerShell123Guru” jedhu keessaa “123” isa jedhu keessaa baasuun filachuun danda’ama?
$string = 'Powershell123Guru'
[regex]::match($string,'(\d+)').value

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘zero-based index’ “Guru’ jecha ” PowerShellGuru” jedhu keessaa argachuun danda’ama?
$string.IndexOf('Guru') # 10

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararri tokko duwwaa ta’uu isaa ilaaluun danda’ama?
$string = $null
$string = ''
[string]::IsNullOrEmpty($string)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararrii tokko duwwaa, yookis baakka-adii qofa qabaachuu isaa ilaaluun danda’ama?
$string = $null
$string = ''
$string = ' '
[string]::IsNullOrWhiteSpace($string)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararri tokko qubee barbaadame tokko qabaachuu isaa ilaaluun danda’ama?
$string = 'PowershellGuru'
$string.Contains('s')
[regex]::match($string,'s').Success

Akkamitti Paaworsheeliidhaan dheerina sarara tokkoo argachuun danda’ama?
$string.Length

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararoota lama ‘concentenate’ gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan fakkaattii hammattu tokko yookis tokkoo ol “[ ]” sarara tokko keessatti wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = '[PowershellGuru]'
$string -match '\[' # Only 1
$string -match '\[(.*)\]' # Several

Akkamitti Paaworsheeliidhaan fakkaattii hammattu tokko yookis tokkoo ol “( )” sarara tokko keessatti wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = '(PowershellGuru)'
$string -match '\(' # Only 1
$string -match '\((.*)\)' # Several

Akkamitti Paaworsheeliidhaan fakkaattii hammattu tokko yookis tokkoo ol “{ }” sarara tokko keessatti wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = '{PowershellGuru}'
$string -match '\{' # Only 1
$string -match '\{(.*)\}' # Several

Akkamitti Paaworsheeliidhaan fakkaattii hammattu tokko yookis tokkoo ol “< >” sarara tokko keessatti wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = ''
$string -match '\<' # Only 1
$string -match "\<(.*)\>" # Several

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara tokko keessaa qubeelee xixiqqoo (abc) wal-fakkeessuun akkamitti danda’ama?
$string = 'POWERSHELLGURU'
$string -cmatch "^[a-z]*$" #False

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara tokko keessaa qubeelee guguddoo (ABC) wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = 'powershellguru'
$string -cmatch "^[A-Z]*$" #False

Akkamitti Paaworsheeliidhaan “[p” (p xiqqaa) sarara tokko keessatti wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = '[powershellGuru]'
$string -cmatch '\[[a-z]\w+' #True

Akkamitti Paaworsheeliidhaan “[P” (P guddaa) sarara tokko keessatti wal-fakkeessuun danda’ama?
$string = '[PowershellGuru]'
$string -cmatch '\[[A-Z]\w+' #True

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara tokko sarara kan birootiin geeddaruun danda’ama?
$a = 'Line A'
$b = 'Line B'
$a = $a -replace $a, $b

Akkamitti Paaworsheeliidhaan qooyaba hiruu gara stiriingiitti (parsanteejiitti) geeddaruun danda’ama?
(1/2).ToString('P')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sararoota lakkoofsa qaban addatti baasuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan jecha isa dhumaa sarara tokko keessa jiru filachuun danda’ama?
$sentence = 'My name is Test Powershell'
$sentence.Split(' ')[-1] # Returns Powershell

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hima tokko keessaa jecha dheeraa ta’e argachuun danda’ama?
$sentence = 'My name is Test Powershell'
$sentence.Split(' ') | Sort-Object -Property Length | Select-Object -Last 1 # Returns Powershell

Akkamitti Paaworsheeliidhaan yeroo hagam istiriingiin tokko hima tokko keessatti akka irra deddeebi’me lakkaa’uun danda’ama?
$sentence = 'test test test Powershell'
[regex]::Matches($sentence, 'test').Count # Returns 3

Akkamitti Paaworsheeliidhaan qubeelee istiriingii tokko keessa jiran gara kaaraaktariitti koppii gochuun akkamitii danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan sarara tokko keessaa qubee isa jalqabaa gara qubee guddaatti jijiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan istiriingii tokko ‘pad’ (bitaaf mirgatti) gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan istiriingii tokko gara Base64tti iinkoodii ykn diikoodii gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa baaynarii irraa ykn gara baaynariitti jijjiiruun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan galmee isa jalqabaa qofa return akka godhu gochuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan isa dhumaa qofa akka deebisu gochuun danda’ama?

Up


Math

Akkamitti Paaworsheeliidhaan akkaataa kutaa System.Math tarreessuun danda’ama?
[System.Math] | Get-Member -Static -MemberType Method

Akkamitti Paaworsheeliidhaan absoluut vaaluu ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Abs(-12) #Returns 12
[Math]::Abs(-12.5) # Returns 12.5

Akkamitti Paaworsheeliidhaan angilii saayiniin isa lakkoofse heerame tokko ta’e ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::ASin(1) #Returns 1,5707963267949

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga isa guddaa’return’ akka godhu gochuun danda’ama?
[Math]::Ceiling(1.4) #Returns 2
[Math]::Ceiling(1.9) #Returns 2

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hanga isa xiqqaa danda’amu ‘return’ akka godhu gochuun dandaama?
[Math]::Floor(1.4) #Returns 1
[Math]::Floor(1.9) #Returns 1

Akkamitti Paaworsheeliidhaan naachuraal loogaariizmuu (base e) lakkoofsa heerame tokkoof ‘return’ akka godhu gochuun danda’ama
[Math]::Log(4) #Returns 1,38629436111989

Akkamitti Paaworsheeliidhaan loogaariizmii beezii 10 lakkoofsa heerame tokkoof akka ‘return’gdhu gochuun danda’ama?
[Math]::Log10(4) #Returns 0,602059991327962

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsota lama keessaa isa guddaa ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Max(2,4) #Returns 4
[Math]::Max(-2,-4) #Returns -2

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsota lama keessaa isa xiqqaa ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Min(2,4) #Returns 2
[Math]::Max(-2,-4) #Returns -4

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa heerame tokko paaworii barbaadameen ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Pow(2,4) #Returns 16

Akkamitti Paaworsheeliidhaan deesimaala gara lakkoofsa guutuutti siiqsuun ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Round(3.111,2) #Returns 3,11
[Math]::Round(3.999,2) #Returns 4

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa guutuu deesimaala tokkoo ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Truncate(3.111) #Returns 3
[Math]::Truncate(3.999) #Returns 3

Akkamitti Paaworsheeliidhaan iskuweer ruutii lakkoofsa tokkoo ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Sqrt(16) #Returns 4

Akkamitti Paaworsheeliidhaan PI konstaantii ‘return’ gochuun danda’ama?
[Math]::Pi #Returns 3,14159265358979

Akkamitti Paaworsheeliidhaan naachuraal loogaariizmiik beezii (constant e) ‘return gochuun dana’ama?
[Math]::E #Returns 2,71828182845905

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsi tokko guutuu yookis hir’uu ta’uu isaa baruun danda’ama?
[bool]($number%2)

Up


Hashtables

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘hashtable’ duwwaa uumuun danda’ama?
$hashtable = @{}
$hashtable = New-Object -TypeName System.Collections.Hashtable

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘hashtable’waantota ofkeessaa qabu uumuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘hashtable’ maqaadhaan sorame uumuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan haashteebliitti waantota dabaluu(key value pair) danda’ama?
$hashtable.Add('Key3', 'Value3')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan haashteeblii keessaa lakkoofsa murtaa’e tokko argachuun danda’ama?
$hashtable.Key1
$hashtable.Get_Item('Key1')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hashteeblii keessaa lakkoofsa isa xiqqaa argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hashteebilii keessaa lakkoofsa isa guddaa argachuun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hashteebilii keessa wantoota jiran sisirreessuun danada’ama?
$hashtable.Set_Item('Key1', 'Value1Updated')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hashteebilii keessaa waantota balleessuun danda’ama?
$hashtable.Remove('Key1')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hashteeblii qulqulleessuun danda’ama?
$hashtable.Clear()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan argama wanta murtaa’e tokkoo hashteeblii keessatti ilaaluun dandaama?
$hashtable.ContainsKey('Key3')
$hashtable.ContainsValue('Value3')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan hashteebilii keessatti hangan/furtuudhaan sooruun danda’ama?
$hashtable.GetEnumerator() | Sort-Object -Property Name
$hashtable.GetEnumerator() | Sort-Object -Property Value -Descending

Up


Arrays

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ duwwaa uumuun danda’ama?
$array = @()
$array = [System.Collections.ArrayList]@()

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ waantoota ofkeessaa qaban uumuun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C')
$array = 'A', 'B', 'C'
$array = 'a,b,c'.Split(',')
$array = .{$args} a b c
$array = echo a b c

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ keessatti waantota dabaluun danda’ama?
$array += 'D'
[void]$array.Add('D')

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array ‘ keessa waanta jiru okko sisirreessuun danda’ama?
$array[0] = 'Z' # 1st item[0]

Akkamitti Paaworsheeliidhaan guddina ‘array’ tokko ilaaluun danda’ama?
$array = 'A', 'B', 'C'
$array.Length # Returns 3

Akkamitti Paaworsheeliidhaan wanta tokko/baay’ee/hunda deebisuun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C')
$array[0] # One item (A)
$array[0] + $array[2] # Several items (A,C)
$array # All items (A,B,C)

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ keessaa waantota duwwaa baasuun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C', '')
$array = $array.Split('',[System.StringSplitOptions]::RemoveEmptyEntries) | Sort-Object # A,B,C

Akkamitti Paaworsheeliidhaan waanti tokko ‘array’ tokko keessa jiraachuuf dhiisuu isaa ilaaluun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C')
'A' | ForEach-Object -Process {$array.Contains($_)} # Returns True
'D' | ForEach-Object -Process {$array.Contains($_)} # Returns False

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ tokko keessatti lakkoofsa indeeksii waanta tokkoo barbaaduun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C')
[array]::IndexOf($array,'A') # Returns 0

Akkamitti Paaworsheeliidhaan tartiiba waantotaa ‘array’ keessa jiran jijjiiruun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C')
[array]::Reverse($array) # C,B,A

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ keessaa wanta tokko akkuma tasaa ‘generate’ gochuun danda’ama?
$array | Get-Random

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ tokko tartiiba dabalaa deemuun/hir’ataa deemuun soruun danda’ama?
$array = @('A', 'B', 'C')
$array | Sort-Object # A,B,C
$array | Sort-Object -Descending # C,B,A

Akkamitti Paaworsheeliidhaan baay’ina waantota ‘array’ tokko keessa jiran lakkaa’uun danda’ama?
$array.Count

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ tokko kan biraatti dabaluun danda’ama?
$array1 = 'A', 'B', 'C'
$array2 = 'D', 'E', 'F'
$array3 = $array1 + $array2 # A,B,C,D,E,F

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ tokko keessatti waantota irra deddeebi’aman barbaaduun danda’ama
$array = 'A', 'B', 'C', 'C'
($array | Group-Object | Where-Object -FilterScript {$_.Count -gt 1}).Values # Returns C

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ tokko keessatti wantoota irra deddeebi’aman balleessuun danda’ama?
$array = 'A', 'B', 'C', 'C'
$array = $array | Select-Object -Unique
$array # Returns A,B,C

Akkamitti Paaworsheeliidhaan ‘array’ dura buutota (“user01″,”user02”,… “user10”) qabuuumuun danda’ama?
$array = 1..10 | ForEach-Object -Process { "user$_" }

Up


ACL

Akkamitti Paaworsheeliidhaan itti fayyadamaa ‘AD’ ‘ACL’ keessaa tarreessuun danda’ama?
(Get-Acl -Path "AD:\$dn").Access

Akkamitti Paaworsheeliidhaan galmee tokko keessaa ‘ACL’jiru tarreessuun danda’ama?
(Get-Acl -Path C:\scripts).Access

Akkamitti Paaworsheeliidhaan heyyamoota ‘ACL’ (gareelee kn itti fayyandamtoota) itti fayyadamtoota ‘AD’ tarreessuun danda’ama?

Up


Variables

Akkaataan daataa Paaworsheelii irratti beekamaa ta’e isa kami?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan lakkoofsa xiqqaa fi guddaa vaariyaabiloota adda addaatiif barbaaduun danda’ama?

Akkamitti Paaworsheeliidhaan akaakuu daataa yaaluun danda’ama?